Mon travail
Extraits de Traduction English To Oromo Translation
English To Oromo Translation Extraits de Traduction
Source (English) | Cible (Oromo) |
---|---|
This is important for longer-term protection against COVID-19. | Kun COVID-19 yeroo dheeraaf akka of irraa ittisnuuf gargaara. |
The vaccine is the best way to protect yourself and others from COVID-19. | Talaallin ofii keessan fi namoota biro COVID-19 irra ittisuuf karaa filatamaadha. |
The vaccine will reduce your risk of getting seriously ill from COVID-19. | Talaallin balaa dhukkubbi COVID-19 hamaa ta’een isin irra hir’isa. |
Catching COVID-19 can be serious and may lead to long-term complications. | COVID-19’n qabamuun baay’ee hamaa fi rakkoo yeroo dheeraaf kan saaxilu danda’udha. |
Can I catch COVID-19 from the vaccine? | Talaalli irraa COVID-19 na qaba? |
You cannot catch COVID-19 from the vaccine | Talaalli irraa COVID-19 isin hin qabu garuu COVID-19 isin qabee jiraachuu danda’a akkasumaas hanga guyyaa beellama talaalli keessanitti maallattoon ofirratti hin beekne jiraachuu danda’a. |
after your vaccination appointment. | Miidhaan isaa maalfadha? |
What are the side effects? | Akkuma qorichoota biiroo talaallileen miidhaa qabaachuu danda’u. |
Like all medicines, vaccines can cause side effects. | Haa ta’u malee, nama hunda irraatti hin mul’atu. |
However, not everyone gets them. | Miidhaan isan geessisan baay’een giddu galeessa, akkasumaas guyyaa tokko ykn lama qofa tura. |
Very common side effects in the first day or two include: | Miidhaan beekamon guyyaa jalqaba ykn lammaaffaa kan qabatu: |
having a painful, heavy feeling and tenderness in the arm where you had your injection | Dhukkubbi, miiraa ulfaataa fi dadhabbii hirree iddoo lilmoon itti fudhatteetti. |
feeling tired | Dadhabuu |
headache, aches and chills | Bowwoo mataa, dhukkubbii fi hoo’insa |
diarrhoea, nausea and vomiting | Baasaa, nyaata jibbisisuu fi ol baasuu |
mild flu-like symptoms. | Mallattoolee kan akka utaalloo fakkatan. |
These common side effects are much less serious than developing COVID-19 or complications associated with COVID-19, and they usually go away within a few days. | Miidhaan kunneen miidhaa fi rakkoolee COVID-19 fidu biraatti baay’ee salphaa, akkasumas guyyaa muraasa keessatti isin dhiisuu. |
You can rest and take the normal dose of paracetamol (follow the advice in the packaging) to help make yourself feel better. | Akka nageenyi isinif dhagahamuuf parastamoolii hamma sirri (ajaja ogeessatiin) fudhachuu ni dandessu. |
An uncommon side effect is swollen glands in the armpit or neck on the same side as the arm where you had the vaccine. | Miidhaan kan hin biraamnee biroon dhitaa’u hirree ykn morma cinaa talaalli itti fudhatteetti mul’atuudha. |
This can last for around 10 days, but if it lasts longer see your health professional. | Inni kun hanga guyyaa 10 turuu danda’a, garuu yoo kana caalaa ture ogeessa fayyaa keessan dubbisaa. |
If you are due for breast screening (a mammogram) in the few weeks after the vaccine, then you should mention that you’ve had the vaccine when you attend. | Yoo talaalli ergaa fudhattanii torbee muraasa booda calaalli harmaa (mamoogirami) qabdan ta’e, talaalli fudhachuu keessan himuu qabdu. |
Fever after the vaccine | Hoo’a qaama talaalli booda |
It’s quite common to develop a fever (temperature above 37.8oC) after vaccination. | Talaallin booda hoo’a qaama (teempireechara 37.8 oC ol ta’e) qabaachuun baratamaadha. |
This normally happens within 48 hours of the vaccination and usually goes away within 48 hours. | Kun kan muudatu talaalli fudhattanii sa’aatii 48 keessatti yoo ta’u sa’aatii 48 keessatti immoo deebi’ee isin irraa sokka. |
This is an expected reaction, and testing for COVID-19 is not routinely required. | Kun waan eegamuudha, qorannoo COVID-19 taasisuun hin barbaachisu. |
If the fever starts more than 48 hours after the vaccination, or lasts longer than 48 hours, you should seek medical advice as you may have COVID-19 or another infection. | Talaalli erga fudhattanii booda hoo’inni qaama sa’aatii 48 booda yoo turee dhufe, ykn sa’aatii 48 ol yoo isin irra ture tarii COVID-19 qabaachuu keessan ykn dhibee biraa ta’uu waan maluuf ogeessa fayyaa dubbisaa. |
You may be advised to take a COVID-19 test. | Qorannoo COVID-19 akka argattan isin gorsu malu. |
What should I do if I’m concerned about side effects? | Yoo miidhaan talaalli ana dhiphise maalin godha? |
These side effects normally last only a day or two. | Miidhaan kunneen guyyaa tokko ykn lama qofa turu. |
If you do seek advice, make sure you tell them about your vaccination so that they can assess you properly. | Yoo gorsa barbaaddan, talaalli fudhachuu keessan ifa godha, akka sirriitti yaalamuu dandeessaniif. |
Are the side effects different for each dose? | Miidhaan inni geessisu doozii tokko kan biraa irraatti gargaarumma qaba? |
Not all COVID-19 vaccines are the same. | Talaallin COVID-19 hundi wal hin fakkaatu. |
Some vaccines tend to cause some side effects after the first dose, and other vaccines may cause some side effects after additional doses. | Talaallin tokko tokko miidhaa kanneen doozii jalqabaa booda irraatti mul’ata, tokko tokko immoo doozii lammaaffaa booda mul’ata. |
The very common side effects are the same and should still only last a day or two. | Amalli baay’ee miidhaa isaanii wal fakkeessu guyyaa tokko ykn lama qofa turuu isaati. |
Even if you do have side effects after the first dose, it’s recommended that you have all the doses you are eligible for, unless your side effect was severe or you have been advised not to by your health professional. | Doozii jalqaba irraatti dhukkubbiin kan isinitti dhagahamu ta’ullee, doozii hundaa fudhachuu qabdu, tarii dhukkubbiin ykn miidhaan keessan kan cimee fi ogeessi fayyaa akka hin fudhanne isin gorse malee. |
The full recommended course will give you the best protection against the virus. | Talaalli gorfaamu guutuu fudhachuun dandeetti vaayrasii ofirraa ittisuu keessan ni dabala. |
Less common side effects | Miidhaan darbe darbee mul’atu |
Heart inflammation | Rakkoo dhahannaa onnee |
Worldwide, there have been recent, rare cases of inflammation of the heart (called myocarditis or pericarditis) reported after COVID-19 vaccines. | Akka idil-addunyaatti, miidhaaleen yeroo dhihoo rakkoo onnee waliin walqabatan muraasni (myocarditis ykn pericarditis kan jedhaman) talaalli COVID-19 booda gabaafamaniiru. |
However, it is not yet clear that these have been caused by the vaccines. | Haa ta’u male garuu, ammalee sababa talaalli COVID-19n kan dhufe ta’uun isaa ifa miti. |
Most of these cases have been in younger men and usually happen a few days after vaccination. | Rakkooleen kunniin baay’inan dargaggoota dhiiraa irratti bayninaan talaalli erga fudhatanii guyyaa muraasa booda mul’atan. |
Most of these people recovered and felt better following rest and simple treatments. | Baay’een isaanii yaalii salphaa fi boqonnaan booda fayyanii nagaa ta’anii jiru. |
Longer-term follow-up is ongoing in the UK and elsewhere to better understand this reaction. | Sababa isaa baruuf hordooffin yeroo dheeraa UK keessatti gaggeeffama jira. |
You should seek medical advice urgently if you experience: | Yoo kannen armaan gadii isin irraa muudatan ta’e hatattamaan ogeessa fayyaa dubbisuu qabdu: |
chest pain | Dhukkubbi laphee |
shortness of breath | Rakkoo hargansuu |
feelings of having a fast-beating, fluttering, or pounding heart. | Dhahannaa onnee cimaa, kirkiruu ykn didichuu |
AstraZeneca vaccine and rare blood clots | Talaalli AstraZeneca fi itituu dhiigaa |
There have been reports of an extremely rare condition involving blood clots and unusual bleeding after vaccination with the AstraZeneca (AZ) COVID-19 vaccine. | Gabaasni itituu dhigaa fi dhangala’uu dhiigaa talaalli COVID-19 AstraZeneca (AZ) erga fudhatamee booda mul’ate baay’ee xinnoo ta’e gabaafameera. |
This is being carefully reviewed but the risk factors for this condition are not yet clear. | Kun ammaas sirritti ilaalamuu irraa jira, garuu hamma balaan gessisuu hanga ammaa ifa miti. |
Because of the high risk of complications and death from COVID-19, the Medicines and Healthcare products Regulatory Agency (MHRA), the World Health Organization and the European Medicines Agency have concluded that the balance is very much in favour of vaccination. | Sababa rakkoo cimaa fi du’a COVID 19 fiduu danda’u irra ka’uun, Dhaabbanni To’annaa Bu’aa Qorichaa Fi Fayyaa (MHRA), Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa akkasumas Dhaabbanni Qorichoota Awuroppaa miidhaan kun yoo talaalli waliin yoo wal bira qabamu faayidaan isa guddaa akka ta’e murteessaniiru. |
If you had serious side effects after any previous dose, you may be advised to avoid or delay further vaccination. | Dhukkubbii cimaan doozii marsaa duran booda kan isin muudate yoo ta’e, talaalli itti aanu akka hin fudhanne gorfamu dandeesu. |
You should discuss this with your health professional. | Isa kana ogeessa fayyaa keessan waliin mari’achuu qabdu. |
If you receive the AZ COVID-19 vaccine and experience any of the following from around 4 days to 4 weeks after vaccination, you should seek medical advice urgently. | Talaalli AZ COVID-19 fudhattanii yoo naannoo guyyaa 4 hanga torbee 4 keessatti rakkoolee kunniin isin muudate, aritiidhaan tajaajila fayyaa barbaachu qabduu. |
A new, severe headache which is not helped by usual painkillers or is getting worse. | Bowwoo mataa haraa, qorichaa salphaatiin fayyuu hin dandeenye ykn kan cimaa deemu. |
An unusual headache which seems worse when lying down or bending over or may be accompanied by | Bowwoo mataa hin baraamne, yoomu cistan kan cimu ykn yoomu gadii jettan sitti jabaatu, kaneen arman gadii wajjiin |
–blurred vision, nausea and vomiting | –mul’ata dimimmisa, jibba nyaataa fi ol baasuu |
– difficulty with your speech | –dubbachuu dadhabuu |
–weakness, drowsiness or seizures. | –dadhabbii, mukaa’uu yookin gagaabu |
New, unexplained pinprick bruising or bleeding. | Dhiiguu ykn dirmammuu haaraa kan hin baramne |
Shortness of breath, chest pain, leg swelling or persistent abdominal pain. | Rakkoo hargansuu, dhukkubbii laphee, caccabuu lukaa fi dhukkubbii garaa jabaa. |
Reporting side effects | Miidhaalee gabaasuu |
You can report suspected side effects of the COVID-19 vaccine through the Yellow Card Scheme. | Karoora Kaardii keeloo dhaan (Yellow Card Scheme) fayyadamuun shakkii miidhaa talaalli COVID-19 booda jiru gabaasuu ni dandeessu. |
For more information about reporting suspected side effects, visit or call | Odeeffannoo waa’ee gabaasa shakkii miidhaa yoo barbaaddan, |
After the vaccine | Talaalli booda |
After you’ve had your vaccine, it’s important that you continue to follow the latest guidance to help reduce the spread of the virus. | Talaalli erga fudhattanii booda, tata’imsa vaayrasii hir’isuuf qajeelfama haaraa fayyadamuu itti fufuun keessan barbaachisaadha. |
This information is a guide only. | Odeeffannoon kun qajeelfama qofadha. |
Information correct at time of publication. | Odeeffannoon kun yeroo maxxanfameetti sirrii dha. |
Translations | Hiikawwan |
Easy read | Dubbisuuf salphaa |
BSL | BSL |
Audio | Sagalee |
Large print | Maxxansa guddaa |
Braille | Maxxansa qaroo dhabeeyyii (bireelii) |
For more information, including other formats and translation support: | Odeeffanno dabalataaf, tolfama kan biraa fi gargaarsa hiika afaanii dabalatee argachuuf: |
Extraits de Traduction Marketing
Market Research Extraits de Traduction
Source (English) | Cible (Oromo) |
---|---|
Marketing research is "the process or set of processes that links the producers, customers, and end users to the marketer through information used to identify and define marketing opportunities and problems; generate, refine, and evaluate marketing actions; monitor marketing performance; and improve understanding of marketing as a process. Marketing research specifies the information required to address these issues, designs the method for collecting information, manages and implements the data collection process, analyzes the results, and communicates the findings and their implications." | Qorannoo gabaa "adeemsa ykn tuuta adeemsaalee oomishtoota, maamiltootaa fi fayyadamtoota dhumaatiif odeeffannoo carraa fi rakkoolee gabaa adda baasuu fi ibsuu; gocha gabaa maddisiisuu, fooyyessuu fi madaaluu; raawwii gabaa hordofuu; fi fooyyessuudhaan gabaa gabaa waliin walqabsiisudha." hubannoo gabaa akka adeemsaatti.Qorannoo gabaa odeeffannoo dhimmoota kana furuuf barbaachisan ibsuu, mala odeeffannoo walitti qabuu dizaayinii, adeemsa odeeffannoo walitti qabuu bulchuu fi hojiirra oolchuu, bu'aa xiinxaluu, argannoowwanii fi dhiibbaa isaan qaban ni dabarsa." |
It is the systematic gathering, recording, and analysis of qualitative and quantitative data about issues relating to marketing products and services. | Innis dhimmoota oomishaalee fi tajaajiloota gabaa wajjin walqabatan irratti ragaa qulqullinaa fi baay’inaan sirnaan walitti qabuu, galmeessuu fi xiinxaluudha. |
The goal of marketing research is to identify and assess how changing elements of the marketing mix impacts customer behavior. | Galmi qorannoo gabaa qaamolee jijjiiramaa makaa gabaa amala maamiltootaa irratti dhiibbaa akkamii akka geessisan adda baasuu fi madaaluudha. |
The term is commonly interchanged with market research; however, expert practitioners may wish to draw a distinction, in that market research is concerned specifically with markets, while marketing research is concerned specifically about marketing processes. | Jechi kun yeroo baay’ee qorannoo gabaa wajjin kan waljijjiirudha; haa ta’u malee, ogeeyyiin fayyaa addaan baasuu barbaaduu danda’u, qorannoon gabaa addatti gabaa kan ilaallatu yoo ta’u, qorannoon gabaa ammoo addatti adeemsa gabaa kan ilaallatu ta’uu isaati. |
Marketing research is often partitioned into two sets of categorical pairs, either by target market: | Qorannoon gabaa yeroo baay’ee tuuta lama lamatti qoodama, yookaan gabaa galma ta’een: |
Consumer marketing research, and | Qorannoo gabaa fayyadamtootaa, fi |
Business-to-business (B2B) marketing research. | Qorannoo gabaa daldalaa fi daldalaa (B2B). |
Or, alternatively, by methodological approach: | Yookiin, akka filannootti, mala malaatiin: |
Qualitative marketing research, and | Qorannoo gabaa qulqullinaa, fi |
Quantitative marketing research. | Qorannoo gabaa baay’inaan. |
Ethiopia
Disponible Aujourd'hui
January 2025
Sun. | Mon. | Tues. | Wed. | Thurs. | Fri. | Sat. |
---|---|---|---|---|---|---|
29
|
30
|
31
|
1
|
2
|
3
|
4
|
5
|
6
|
7
|
8
|
9
|
10
|
11
|
12
|
13
|
14
|
15
|
16
|
17
|
18
|
19
|
20
|
21
|
22
|
23
|
24
|
25
|
26
|
27
|
28
|
29
|
30
|
31
|
1
|