À propos de moi
- Kenya
- S'est inscrit il y a plus de 4 ans
- academic, legal, general, law (general), business, privacy
- ProZ.com
Langue maternelle :
Oromo
52
Unités de traduction
0
Concepts terminologiques
Mon travail
Extraits de Traduction Academic
Academic Extraits de Traduction
Source (English) | Cible (Oromo) |
---|---|
Informal Education is a general term for education that can occur outside of a structured curriculum. | Barnootni al-idilee maqaa walii galaa barnoota caaseffama kaariikulamiitiin alatti adeemsifamuuti. |
Informal Education encompasses student interests within a curriculum in a regular classroom, but is not limited to that setting. | Barnootni al-idilee fedhii barattoota kan kaarikulamii daree barnootaa idilee of keessatti qabata, garuu ammoo sanaan hin daangeffamu. |
It works through conversation, and the exploration and enlargement of experience. | Kan inni adeemsifamus karaa waliin dubbii, fi habuurraa fi babal'ina muuxannootiini. |
Sometimes there is a clear objective link to some broader plan, but not always. | Yeroo tokko tokko karoora bal'aa waliin xiyyeeffannaa hariiroo ifaa ni qabaata, garuu yeroo mara miti. |
The goal is to provide learners with the tools he or she needs to eventually reach more complex material. | Galmi isaa barattootaaf meeshaalee inni/isheen ittiin adeemsa keessa wantota wal-xaxoo ta'an bira ga'an dhiyeessuu dha. |
It can refer to various forms of alternative education, such as: Unschooling or homeschooling, Autodidacticism (Self-teaching), Youth work, and Informal learning | Kunis gara filannoo barnootaa garaa-garaa, jechuunis: barnoota manaa ykn manatti barsiisuu, "autodidacticism (of-barsiisuu), hojii dargaggootaa, akkasumas karaa idilee ala barachuudha. |
Informal Education consists of accidental and purposeful ways of collaborating on new information. | Barnootni al-idilee tumsa odeeffannoo haaraa irratti akka tasaa akkasumas dhimmamuun taasifamu of keessatti hammata. |
[2] It can be discussion based and focuses on bridging the gaps between traditional classroom settings and life outside of the classroom. | [2] Kunis marii garaa-garummaa akkaataa baratamaa daree barnootaa fi jiruu daree barnootaa alaa gidduu jiru dhiphisuu irratti hundaa'ee fi xiyyeeffateen ta'uu danda'a. |
People interpret information differently, and therefore a structured curriculum may not allow all learners to understand the information. | Namootni odeeffannoo akkaataa garaa-garaan hiikkatu, kanaafuu kaariikulamni caaseffame barattootni hundi odeeffannicha akka hubatan taasisuu dhabuu mala. |
Informal education is less controlled than the average classroom setting, which is why informal education can be so powerful. | Barnootni al-idilee caasaa daree barnootaa giddu-galeessaa gadi to'annaa qaba, kanaafi egaa sababni barnootni al-idilee humna-qabaassa ta'uuf. |
Informal education can help individuals learn to react to and control different situations and settings. | Barnootni al-idilee namootni haalaa fi akkaataa garaa-garaaf deebii keennuu fi to'achuu akka baratan gargaaruu danda'a. |
In addition, it combines social entities that are important for learning. | Dabalataan, dhaabbilee hawaasaa barnootaaf fayyadan walitti maka. |
Informal Education may be viewed as the learning that comes as a part of being involved in youth and community organizations. | Barnootni al-idilee barnoota dhaabbilee hawaasaa fi dargaggoo keessatti hirmaachuun dhufu ta'ee ilaalamuu danda'a. |
This type of education is a spontaneous process, which helps people to learn information in a new way. | Barnootni gosa kanaa adeemsa ofiin of gaggeessu, kan namootni odeeffannoo karaa haaraa ta'een akka baratan gargaaru dha. |
Its helps to cultivate communities, associations and relationships that make for a positive learning environment. | hawaasa, waldaalee fi hariirrowwan naannawa barnootaaf tolu uuman jajjabeessuuf gargaara. |
Informal Education: | Barnoota Al-idilee: |
- Looks to create or deepen situations where people can learn, explore and enlarge experiences, and make changes. | Haala itti namootni barachuu, muuxannoolee habuuruufi gabbisuu fi jijjiirama fiduuf danda'an uumuuf akkasumas gadi-fageessuuf aggaama. |
- Provides an environment where everyone can learn together and can scaffold off of one another. | Naannawa namuu keessatti waliin baratuu fi waltajjii waliif uumu dhiyeessa. |
- Understanding that the activity can be based on any form of learning, the teaching does not have to be deliberate, more so implied. | Gochichi adeemsa baruu kamuu irratti hundaa'uu akka danda'u hubachuu dhaan, barsiisuun itti yaadamee ta'uu irra ofumaan garasitti kan geessu yoo ta'e filatama. |
We give students the tools to do complex materials over time, rather than teaching the complex material and then giving the tools. | Wantota wal-xaxaa barsiisnee sana booda messhicha ittiin hojjetan kennuu irra, barattootni adeemsa keessa wantota wal-xaxaa ta'an akka hojjetaniif meeshaalee barbaachisan kenninaaf. |
- Focuses on the social aspects of learning, and how important collaborative learning is. | Gama hawaasummaa barnootaa fi barbaachisumaa qindoominaan barachuu irratti xiyyeeffata. |
- The tools students are given are tangible for the processes in which they will be applied. | Meeshaaleen barattootaaf kennaman kun qabatamaatti adeemsa ittiin hojii irra oolu. |
- Bridges the gap between school and life. | Mana barumsaa fi jiruu akka riqichaatti wal quunnamsiisa. |
- Allows students a choice in learning, and how to approach the material. | Barattootni filannoo barnootaa akka qabaatan, akkasumas meshichatti akka dhiyaatan. |
- Make learning accessible in every day life and in the future. | Barnoota jiruu guyyu guyyuu fi kan gara fuula duraa keessatti dhaqqabamaa taasisuu |
- Informal Education is driven by conversation and interacting with others. | Barnootni al-idilee kan gaggeeffamu waliin dubbii fi quunnamtii namoota kaan waliin godhamuuni. |

Kenya
Disponible Aujourd'hui
November 2024
Sun. | Mon. | Tues. | Wed. | Thurs. | Fri. | Sat. |
---|---|---|---|---|---|---|
27
|
28
|
29
|
30
|
31
|
1
|
2
|
3
|
4
|
5
|
6
|
7
|
8
|
9
|
10
|
11
|
12
|
13
|
14
|
15
|
16
|
17
|
18
|
19
|
20
|
21
|
22
|
23
|
24
|
25
|
26
|
27
|
28
|
29
|
30
|