COVID-19 TESTING |
COVID-19 QORACHUU |
Walk-up or Drive-up |
Of-biraatti yookaan bakka dhihootti |
Are you experiencing any of these symptoms? |
Mallattoowwan kanneen keessaa kan of irratti argaa jirtu jiraa? |
• Cough |
• Qufaa |
• Shortness of breath or... |
• Gabaabbachuu afuura yookan… |
• Difficulty breathing |
• Afuura Bafaachu dadhabuu |
• Fever |
• Gubaa |
• Gastrointestinal symptoms including - nausea, vomiting, diarrhea |
• Mallattoowwan garaa keessaa – garaa ol-ofuu, balaqqamsiisuu, albaatii dabalatee |
• Muscle Aches |
• Waraansa maashaa |
• Headache |
• Dhibee mataa |
• Chills |
• Qorra |
• Sore Throat |
• Madaa’uu qoonqoo |
• Runny nose |
• Funyaan furraa’uu |
• New loss of taste or smell |
• Akka Haaraatti Dhamdhamuu yookan Urgeeffachuu dadhabuu |
If YES... |
Yoo EEYYEE ta’e… |
• Call your doctor to find out if you need to be tested for COVID-19. |
1. Tarii qorannoo COVID-19 akka gochuu qabdu baruuf doktora keef bilbiili. |
• If you do not have a doctor, come speak with medical staff from UW Medicine. |
2. Doktora hin qabdu yoo ta’e, koottuu hojjettota fayyaa UW Medicine waliin dubbadhu. |
• If you qualify for testing, you will get tested on-site. |
3. Qorannoo gochuu qabda yoo taa’e, bakkuma sanaatti qorannoo ni argatta. |
When: Wednesdays and Saturdays 10am to 3pm |
Yoom: Roobii fi Sanbata xiqqaa 4am hanga 9pm |
Where: Rainier Beach High School NEW LOCATION! |
Eessa: Rainier Beach High School BAKKA HAARAA! |
8815 Seward Park Ave S, Seattle, WA 98118 |
8815 Seward Park Ave S, Seattle, WA 98118 |
Enter on Henderson Street. |
Daandii Hederson irraan seeni. |
When: Fridays 10am to 3pm, beginning May 29, 2020 |
Yoom: Jimaata 10am hanga 3pm, Ebla 29, 2020 A.L.A irraa Eagale |
Where: South Seattle College |
Eessaa: South Seattle College |
6000 16th Avenue SW, Seattle, WA 98106 |
6000 16th Avenue SW, Seattle, WA 98106 |
North Parking Lot Entrance |
Dhaabbii-konkolaataa Kaabaa Seensa Lot |
• For accommodations or accessibility information, please contact Jeanne Murphy at (206) xxxxxxxxxx or xxxxxxxxxx |
• Keessummummaaf yookan odeeffannoo argachuuf, maaloo (206) xxxxxxxxxx yookan xxxxxxxxxxx irraatti Jeanne Murphy quunnama. |
• Language interpreters available by phone if you prefer to speak a language other than English. |
• Ingiliffa caala afaan biraa dubbachuu filatta yoo ta’e afaan hiiktonni bilbilaan ni argamu. |
• There is no cost to you to be tested. |
• Qoratamuuf kaffaltiin sirra hin jiru. |
If you have health insurance, we will bill your insurance. |
Baraarsaa yookan inshuraansii qabda yoo ta’e inshuraansii kee akka kanfalla ni goona. |
For more information, call the UW Medicine COVID 19 hot-line at (206) xxxxxxxx |
Odeeffannoo dabalataaf, sarara keessaa UW Medicine COVID-19 (206) xxxxxxxxx irratti bilbili. |