Engineering has existed since ancient times as humans devised fundamental inventions such as the wedge, lever, wheel, and pulley. |
injiineeriingii durii kaase hawwatadha erga dhalii nama argaannoo bu'uura ta'aan argate kaneen akka fonqolcha, gogoomfipuulii |
Each of these inventions is essentially consistent with the modern definition of engineering. |
tokko tokkon argaano kun sirriti yaada injiineeringii haarawa wajjiin walqabata |
The term engineering is derived from the word engineer, which itself dates back to 1390, when an engine'er (literally, one who operates an engine) originally referred to "a constructor of military engines." |
jechii injiineriingi jedhu kana dhuufe jecha injiineer jedhurrati bara 1390( maqaa nama injiini hojetu kooirra) ijaara injiinii humana ittisa biyya irra kan ka'ee |
In this context, now obsolete, an "engine" referred to a military machine, i.e., a mechanical contraption used in war (for example, a catapult). |
kana kessatti, sirritti,"injiini" kan mulisu maashinii humna ittisa biya, kan jechun, meesha mekanikalii warana irratti fayyade (fakkenyaf katapuleti). |
Notable examples of the obsolete usage which have survived to the present day are military engineering corps, e.g., the U.S. Army Corps of Engineers. |
kan qabatamu qabu kan siritti dandamatr haafe hamma arratti injiineringii humna ittisa biyya U.A dha |
The word "engine" itself is of even older origin, ultimately deriving from the Latin ingenium (c. 1250), meaning "innate quality, especially mental power, hence a clever invention." |
jechumti injiini jedhu mataa isatinu jecha laatiini irraa injiniiyum jedhu irra dhufe(c,1250), hikan isa, qulqullina adda humna sammu, kana agarsisuu kalaqii ciima |
Later, as the design of civilian structures such as bridges and buildings matured as a technical discipline, the term civil engineering entered the lexicon as a way to distinguish between those specializing in the construction of such non-military projects and those involved in the older discipline of military engineering. |
boodara akka diizayini warra siivilianotan, ijaarsa akka, dildila, gamoo mala haala qabessan kana bishate, jechi sivilii injineriingi jedhu kan galee karaa itti ijaarsa adda ta'ee ittin bafatanidha kaneen akka mitti-humna ittisa biyya akkasuma kan humna ittisa biyya kessati hirmatanii |