The overall marketing strategy of an organization should focus on developing relationships with customers to understand their needs, and to develop goods, services, and ideas to meet those needs. |
walii galli tarsiimoo haala gabaa dhaabbataalee, hariiroo maamiltootaa wajjin qaban cimsuudhaan fedha maamiltootaa hubachuuf, fii meeshaalee oomishuu, tajaajila kennuu, fii yaada garaagaraa oomishuu irratti xiyyeffannaan hojjechuu qabu. |
Information Gathering: research potential customers, their needs, and spending habits in order to understand what sort of product, service, or idea they wish to buy. |
Odeeffannoo walitti qabuu: dandeettii qorannoo maamiltootaa, fedha isaanii fii oomishaalee, tajaajila yookin yaada isaan bitachuu barbaadan hubachuu. |
Evaluation of Organization Capabilities: decide what your organization can produce relatively well, and what your organization is not capable of producing based on the organization's specific strengths and weaknesses. |
Dandeettii dhaabbataalee madaaluu: Cimina fii dadhabbina dhaabbata keessanii irratti hundaa'uudhaan waanta dhaabbati keessan akka gaariitti oomishuu danda'u fii dhaabbatichii oomishuu kan hin dandeenye adda baasuu. |
Identify Market Opportunities: research the current market for a product idea, and look for an opportunity; such as no competition or strong demand. |
Carraalee gabaa adda baasuu: yaada meeshaa gurgurtaa argachuuf haala gabaa yeroo ammaa qorachuu fii carraa eeggachuu; kan akka wantoota dorgommii hin qabnee yookin wantoota barbaadaman. |
Set Objectives of Marketing Strategy: decide what results need to be achieved in order to reach the organization's goals; such as a specific increase in sales, or net profits. |
Haala tarsiimoo gabaa qindeessuu: kaayyoo dhaabbatichaa bira ga'uuf bu'aalee argamuun irra jiru murteessuu; kan akka gurgurtaa dabaluu yookiin walii gala galii dabaluu. |
Formulate an Action Plan: List the specific steps the organization needs to take in order to implement the marketing plan, and assign the responsibilities to specific staff members. |
Gocha dalagaa baafachuu: karoora gabaa hojii irra ooshuudhaaf tarkaanfii fudhatamuun irra jiru tarreesuu fii hojjetoota dhaabbatichaa hojichi ilaallatuf kennuu. |
Monitor & Evaluate: Study the marketing plan regularly, at least once per quarter, to track performance against the set objectives. |
Hordoffii fii madaallii: Haala hojichaa kaayyoo kaa'amen madaalanii ilaaluuf, yoo xinnaate ji'a sadiitti si'a tokko karoora gabaa otuu wali irraa hin kutiin qorachuu. |